Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lolaan Manneen Sudaan Kumootarra Bahe


Gurmuun humna waraanaa fi hoogganoonni Siivilii Sudaan eega walii-galtee araaraa mallatteessanii as, torbanneen as dhihoo keessa roobni cimaan biyyattii keessatti bu’aa jiru, akka galaanni Naayil guutee lola’uu taasisee – manneen kumaan lakkaawaman mancaase – jedhama.

Hoogganoonni siyaasaa Kaartum keessatti, waa’ee mootummaa haaraa gad-hdaabuu irratti yeroo marii itti fufafnii jiranitti, manneen kuma hedduun bishaaniin liqimsamanii jiran. Yoom akka gargaarsi dhaqqabuuf haga ammaatti waan beekame hin jiru.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG