Xurree ittiin seenan

Breaking News

Loon Keenya Nu Harkaa Dhumuuf Deemu’ Horsiise Bultoota Boorana


Loon Keenya Nu Harkaa Dhumuuf Deemu’ Horsiise Bultoota Boorana
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:18 0:00

Loon Keenya Nu Harkaa Dhumuuf Deemu’ Horsiise Bultoota Boorana

Kibbaa fi kibba Baha Itiyoophiyaatti bokkaan waqtii sadiif utuu hin robin ture jiraattotarratti miidhaan inni geessisaa jiru jabaataa jira. Kana keessaa Godinni Booranaa takka yoo tahu, horsiise bultoonni bonni dheerate kun horii nurraa ajjeesee harka duwwaatti isaan hambisaa jiraachuu dubbataa jiru.

Waajjirri Hooggansa Sodaa Balaa Godinichaa haga ammaa loon kuma dhibba shanii ol du’uu yoo himu Waajjirri Qabeenya misooma Beeyladaa Booranaa ammoo rakkoon kun to’annaan ala akka hin taane akeekkachiisee jira, Galmoo Daawit dabalata qaba.

XS
SM
MD
LG