Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Dutaa dha mucaankoo. Leenca!"


"Dutaa dha mucaankoo. Leenca!"
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:10 0:00
Artiisti Haacaaluu Hundeessaa lammiiwwan biyya isaatif, goota; goota sirbi isaa mootummaa garagarchuu keessatti gahee tabate.
Mana maatii isaatti garuu Haacaaluun ilma, obboleessa abbaa warraa fi abbaa ijoollleeti.
Torban darbe keessa Rooyters gara Amboo imaluudhan maatii artiisti Haacaaluu dubbiseera, Tigist Gammeetu dhiheessa.
XS
SM
MD
LG