Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godina jimmaa keessatii ajjeechaan raawwatame


Jimaata darbe hidhattoonni maatii Prezdentii Naannoo Oromiyaa duraanii Obbo Alamaayyehu Atoomsaa ajjeesuu firoottan isaanii dubbatanii jiran. Ilmi Obboleessa obbo Alamaayyoo Atoomsaa Addisuu Adabaa akka jedhanitti hidhattoonni kun Godina Jimmaa Aanaa Noonnoo Beenjaa Ganda konchiitti dhukaasa bananiin maatii Obbolaa Obbo Alemaayyehu namoota sadii fi firoota isaaanii kaan shan ajjeesuu himeera. Bulchiinsi Aanaa Noonnoo Beenjaas rakkoon kun mudachuu mirkaneessee jiraa Galmoo Daawit dabalata qaba.

Yaadawwan Ilaali (28)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG