Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wabiin siidii Baqqalaa Garbaa irratti dhihaate harras waan hin hojjaneef manni murtii wabiin kun akka hin jirreetti fudhatama jechuudhan bellama murtii kennee

  • VOA

Oromo oposition Leader Bekele Gerba

Wabiin viidiyoo fi sagalee abbaan alangaa itti aanaa dura ta’aa Kongresii Fedrraalaawaa oromoo, Obboo Baqqalaa Darbaa irratti dhiheeffate harras lallamuu hin dandeenye. Manni murtiis wabiin kun akka waan hin jireetti fudhatama jechuudhan wanuma duraan dhihaatan lalee Bitootessa 29, 2017 murtii kennuu dha beellama qabeera.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

Wabiin siidii Baqqalaa Garbaa irratti dhihaate harras waan hin hojjaneef manni murtii wabiin kun akka hin jirreetti fudhatama jechuudhan bellama murtii kennee
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:54 0:00

XS
SM
MD
LG