Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mana Murtii Keessatti Gocha Deggertii Seeraa Hin Qabneetu Gaggeeffamaa Jira: Abukaatoo


Himatamtoota abukaatoo ta’ee dhaabadheef irratti waan seeraan alaatu geggeeffama jira jechuun obbo Wandimmuu ibsaa dubbatanii jiru.

Hidhamtoota an dhaabataafii ture keessaa amma iyyu Oromoonni 42 ta’an hidhaa keessa jiru kan jedhan Obbo Wandimmuu Ibsaa irra jireessi mana hidhaa Qilinxoo keessa jiru jedhan.

Warra adaba hidhaa umrii guutuu ykn murtii du’an nama adabsisuun irratti muramee gadhisaa warra himannaan isaanii adaba salphaa kennisisuu hidhaa keessa tursuun seera jiruun faallaa ta’u ibsan.

Gaaffii fi deebii guutummaa caqasaa.

Mana Murtii Keessatti Gocha Deggertii Seeraa Hin Qabneetu Gaggeeffamaa Jira: Abukaatoo
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:28 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG