Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manchester United mana barmusa Keeniyaatii ijoollee afur bitatte


Awurooppaa biyya taphii kubbaa miilaa maraache keessaa ijoollee Afrikaatti mullata,haga tokko miliyoonaan bitachaa,kaan kireeffachaa,kaan ammoo tolaan fudhachaa taphatti guddifatti,Manchester United.Gareen tun garee waldorgommi kubbaa miilaa Englsih Premeir Leagutti guddoo beekmatu.

Jabeennii isii kun horii isiin dorgommititi baafatu qofaa miti nama isiin biyya akka akkaatii bitattuu dhufeef.Akkuma kanaan dhiyoo tanallee ijoollee Keenyaa afur wal doorgommii mannene barumsa biyya tanaa irratti bitatte.Horiin ijoollee tanaan bitan ammatti hin beekamne,taatullee jarii kun damee Manchester United Tanzaniyaa jirtuu bitamte.

Gama kaaniin Black Stars,gareen kubbaa miilaa Gaanaa Fulbaana dhufu keessaa garee kubbaa miilaa Biraaziliin waliin taphatti,taphii kun tapha jaalalaatii Londoniitti taphatan.

Ispoortii prezdaantotii Amerikaa jaalatan beettuu?

Mee akkuma taateefuu qophii Ispoortii ta hardhaa MP3 irraa caqasaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG