Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni Murtii Oromiyaa gaazexeessaa Taammiraat Nagaraa Akka Wabiin Gad Lakkifamu Murteessee


FAAYILII . - Gaazexeessaa Taamirat Nagaraa Sadaasa 2008 eebbaa barruu Sabaat Kiiloo jedhamuu Yunaaytid Isteetsitti qophaahe irratti

Qopheessaa olaanaan sabaa himaa marsariitii hawwasummaa Taraaraa Netwoork jedhamuu qaazexeessaa Taammiraat Nagaraa wabiin akka hiikamuuf manni murtii waliigala Oromiyaa ajaja kenneera jechuun abukaatoon isaa raadiyoo sagalee Ameerikaaf himaaniiru.

Manni murtii walii gala Oromiyaa dhaddacha bitootessa 27 bara 2014 oolen gaazexeessaa Taammiraat Nagaraa wabii qarshii kuma shantamaan akka gadi lakkifamu ajajeera jechuun abukaatoon isaa obbo Gammachuu Guutamaa himaniiru.

Manni Murtii Oromiyaa gaazexeessaa Taammiraat Nagaraa Akka Wabiin Gad Lakkifamu Murteessee
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:35 0:00

XS
SM
MD
LG