Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni Murtii Waraanaa murtoo hidhaa dabarse


Faayilii - Dubartoota garee Islaamistii Somaaliyaa mormuug hiriira bahan, Amajjii 2, 2020
Faayilii - Dubartoota garee Islaamistii Somaaliyaa mormuug hiriira bahan, Amajjii 2, 2020

Mannii murtii waraanaa Somaaliyaa lammiileen biyyaa alaa lama hidhaa wagga 15n akka adabaman murteesse.

Manni murti Moqaadishootti Argamu kun Dhalataa Biyyaa Biriteen kan ta’ee Darreen Antoonii Byreens fi lammii Maalejiyaa kan ta’e Ahmad Mustakim bin Abdula Hamiid irrattii kan murtoo kana dabarsee miseensotaa garee hidhattootaa Al shabaab ta’uudhaan waraansa irrati himaachuu isaanitif.

Abukaatoon himamtootaa Mohamed Warsame Mohamed namoonii sun firaa fi hiryootan isaanii daawwachuu dhufan malee miseensa al shabaab t’uuf mitti jedhanii yoo fedhii himatamtootaa ta’e ol iyyannoo akka gaafatan gabasameera.

XS
SM
MD
LG