Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaaffii fi Deebii Barreessaa ‘Faaya Fayyaa’ Waliin 


Barreessaa Faaya Fayyaa, Dr. Naafyaad Geetuu
Barreessaa Faaya Fayyaa, Dr. Naafyaad Geetuu

Dhiheenya kana kitaabni dhimma fayyaa hawaasaatti fuuleffate, ka Dr. Naafiyaad Geetuun barreessame, dhiheenya kana dubbistoota bira gahaa jira.

Dr. Naafyaad akka jedhutti ijoollee, dubartoota fi dhiirota dabalatee uummatni baadiyaa Oromiyaa keessa jiraatu irra-jireessi karaa interneetii odeeffannoo fayyaa gahaa argachuu waan hin dandeenyeef, garii ammoo, iccitii fayyaa isaanii ogeessa fayyaatti yokaan nama biraatti dabarsanii himuu waan hin feeneef, kitaabni afaan uummatichi salphaatti dubbifachuu danda’u Afaan Oromootiin barreefame kun, qaawwaa gama odeeffannootiin jiru guutuuf faayidaan isaa guddaa dha.

Tsahaay Daamxoo tu barreessaa kitaaba “Faaya Fayyaa” jedhuu – Dr. Naafyaadu dubbisee, gabaasaa itti aanu qindeesse.

Gaaffii fi Deebii Barreessaa ‘Faaya Fayyaa’ Waliin
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:54 0:00


XS
SM
MD
LG