Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mannii maree nageenyaa mootummoota gamtoomanii guyyaa kaleessaa dhimmaa Itiyoophiyaa irrati marii taasisee ture


Mannii maree nageenyaa mootummoota gamtoomanii guyyaa kaleessaa dhimmaa Itiyoophiyaa irrati marii taasisee ture
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:38 0:00

Mannii maree nageenyaa mootummoota gamtoomanii guyyaa kaleessaa dhimmaa Itiyoophiyaa irrati marii taasisee ture.

Walgahiin sun waamame brreessaa muummee mootumoota gamtoomanii Antooniyoo Gutereziin. Sababni isaamoo Wa’ee hojjatoota gargaarsa namoomaa Mootumaan Itiyoophiyaa torban darbe biyyaa akka bahan taasiseedhaa.

Walgahii kana irratti Itiyoophiyaa dabalatee bakka bu’oonnii biyyootaa 13 hirmaataniiru . keniyaan Niijer, fi biyyi Karibiyaa tokko ( A3+1) Tuniziyaadhaan bakka bu’anii yaada isaanii dhiheesan.

Biyyoottan biroo miseensonii mana maree nageenyaa darabee darabeedhaan yaada isanii kennaniiru.

Yaadawwan Ilaali (9)

XS
SM
MD
LG