FINFINNEE —
Marii Biyyaaleessaa Itiyoophiyaatti taasifamuuf jiruuf manni Maree Bakka bu’oota Uummataa labsiin raggaasiisuun isaa ni yaadtama.
Mariin Biyyaaleessaa Itiyoophiyaa dhimmoota maaliirratti yoo xiyyeeffate gaarii dhaa fi qaamoolee akkamiifaa hirmaachisuu qabaa yaadota jedhan irratti gabaasaan keenya Mitikkuu Fiqaaduu hoogganaa paartii siyaasaa duraanii fi gameessa siyaasaa – Obbo Leencoo Lataa, miseensa dhuunfaa mana-maree bakka-bu’ootaa Itiyoophiyaa –Ustaaz Kaamil Shamsuu " fi hoogganaa paartii tumsa Dimookiraasummaa Tigiraay – Dr. Aregaawii Berhee hasoofsiisuun waan qindeeffate qaba.
Caqasaa.
*Maxxansa duraa irratti Obboo Kaamiil Shamsuu kan jenne dogoggoraani. Keessummaan keenya Ustaaz Kaamil Shamsuuti.