Xurree ittiin seenan

Breaking News

Marii Dooktarii Qabxii 3.95 Galmeesse Eebbifame Wajjn


Ijoollumaa kiyya irra naanno Hospitaalatti guddachuun koo rakko dhukkubsatoota waan argaa guddadheef akka fayya baradhu yaada na keessatti uume. Hardha qabxii guddaa 3.95 galmeesse eebbifamus yaroo haalli natti ulfaate abdii kutes qaba ture, garuu jabaanaan waan hunda keessa bahuun akka danda'amu irra baradhe.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG