Xurree ittiin seenan

Marii Waldaa Abboota Seeraa Oromoo Landanitti Geggeeffamu

  • Jaallannee Gammadaa

loogoo Waldaa Ogeessoota Seeraa Oromoo

Waldaan ogeessoota seeraa kan Oromoo xumuura torban kanaa jechuun Onkolooleessa 22 fi 23 magaalaa Londoon keessatti marii gaggeessuuf kan jiran ta'uun ibsamee jira. Karoora walgahii kanaa ilaalchisuun, Jaallanneen qindeessitoota keessaa tokko – Prezidaantii Mana-murtii Walii-galaa Oromiyaa duraanii - Obbo Tashaalee Aberraa haasoofsiiftee jirti.

Gaafii fi deebii godhame dhaggeeffachuudhaa kana cuqaasaa

Yaada kenni

Yaada mul'isi

XS
SM
MD
LG