Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mariin Nageenyaa Oromiyaa fi Benishaangul Gumuz Gimbiitti Geggeessama


Mareen nageenyaa bulchiisota naannoo Oromiyaa fi Benishaangul Gumuz hirmaachise tokko har’a Gimbii, bakka Tolee jedhamutti deemsisamee jira.

Itti aanaa Itti-gaafatamaan Waajjira Qindeessaa Nagaa fi Misooma Waliinii ka Naannolee lamaanii akka jedhanitti waltajjiin bakka bu’oota hawaasaa godinaalee sadii gidduutti geggeeffame kun hariiroo gidduu isaanii caalaatti fooyyessa.

Namoota nagaa booressuuf tattaafatanis to'achaa jirra, jedhu Itti gaafatamtichi. Namootni yaada isaanii Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf kennan tokko tokkos nageenya isaanii eegsifatanii nagaan waliin jiraachuuf qophii tahu himan.

please wait

No media source currently available

0:00 0:03:49 0:00



Yaada kenni

XS
SM
MD
LG