Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yaadannoo Oggaa 50ffaa Dr. Maartin Lutar Kiing Itti Ajjeefaman


Yaadannoo Oggaa 50ffaa Dr. Maartin Lutar Kiing Itti Ajjeefaman
please wait

No media source currently available

0:00 0:11:11 0:00

Ajjeechan Dr. Maartin Luutar Kiing Ameerikaa jijjiirera. Oggaa 50 dura gaafa isaan namicha adii jibbiinsan guttameen ajjeefaman magalawwaan Ameerikaa jeequmsaan rafamanii turan. Lubbuun namoota badeera, manneen kumaan lakkaawwaman abiddi itti qabsiifameera. Karaa biraatiin, qabsoon karaa nagahaa Dr. Kiing hoganaa turan ammallee addunyaadhaf fakkeenya. Obbo Baqqalaa Garbaa kitaaba Dr. Maartiin Luutar Kiingi maalif hawaasa Oromoo biran gahuu filatan? Qophii armaani gadii laalaa.

XS
SM
MD
LG