Xurree ittiin seenan

Breaking News

Miidhaginni Bifa Qofa Miti


Itiyoophiyaa keessatti Kan yeroo ammaa hojii moodeelii uffataa agarsisuu fi beeksiisa adda addaa sabaa himaa irratti dhiyessuun kan beekamtu shamarree Leensaa Xilaahuun bara 2009 keessa Oromiyaa keessatti dorgommii miidhaginaa gaggeeffameen tokkoffaa ta’uun filamtee turte.

Akka ilaalcha kootti midhaginni isa irra-keessaa qofa otoo hin taanee isa keessa namaa haala itti waa yaadnu fi hojii irra itti oolchinu, ilaalchi namaaf qabnuus midhagiina jetti Leensaan.

Yeroo ammaa mana barumsaa Dizaayinii seente barataa jirti. Carraa biyya alaa dhaqanii uffannaa Aadaa fi Amayyaa agarsissuu irratti hirmaachu ishee Lensaan ibsitee jirti.

MP3 tuquun dhaggefadhaa

XS
SM
MD
LG