Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ministeerii haqaa tarkaanfii fudhachuu eegaluu isaa beeksiseera


Dubbi Himaan Ministeera haqaa Obbo Awal Sulxaan

Labsii yeroo atattamaa Itoophiyaan labsite dawoo godhatanii qaamolee yakka adda addaa raawwatanirratti tarkaanfii fudhachuu eegaluu isaa ministeerri haqaa beeksiseera. Ministeerichi tibbana miseensota poolisii federaalaa 3 fi nama siviilii 1 kan nama dhuunfaa sodaachisuun maallaqaa irraa fudhatan irratti abbaan alangee himata baneera jechuun ibseera. Galmeewwan wal fakkaatan qoratamaa jiru kan jedhan dubbi himaan ministeera haqaa obbo Awal sulxaan hawaasni eeruu kennuu itti fufuu qaba jedhan.

Ministeerii haqaa tarkaanfii fudhachuu eegaluu isaa beeksiseera
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:10 0:00


Yaadawwan Ilaali (5)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG