ADAAMAA —
Ministarri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Ol’aanoo rakkoo nageenya-dhaninsaa dhabuu Yunivarsitiilee keessatti mumul’atee tureen wal-qabatee tarkaanfiilee adda addaa fudhachuu isaa beeksisee jira.
Namoota dhibba sagal tahan irratti tarkaanfiilee adabbii adda addaa fudhachuu isaa kan fudhate tahuu ka dubbate, ministarichi, namoota 150 ol tahan irratti immoo akka qorannaa geggeessaa jiru dubbate. Gabaasaa guutuu caqasaa.