Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ministiriin Fayyaa Itiyoophiyaa Meeshaalee Hafuura Deddeebisuuf Gargaaru 100 Arjoomtota Irraa Argachuu Beeksise


Ministiriin Fayyaa Itiyoophiyaa Meeshaalee Hafuura Deddeebisuuf Gargaaru 100 Arjoomtota Irraa Argachuu Beeksise
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:09 0:00

Ministiriin Fayyaa Itiyoophiyaa Meeshaalee Hafuura Deddeebisuuf Gargaaru 100 Arjoomtota Irraa Argachuu Beeksise

Itiyoophiyaan weerara COVID 19 ittisuuf yaalii gootuun cinatti, sababaa wal waraansa sanaan kan manca’an waaltaalee eegumsa fayyaa deebistee ijaaraa jirti jechuun ministeerri eegumsa fayyaa beeksisee jira.

Ministrittiin eegumsa fayyaa Dr. Liyaa Taaddesee gaazixeessotaaf ibsa kennaniin, dhaabatoonni michoota ta’an, meeshaalee hafuura deddeebifachuu gargaaran kan harka namaan hojjetaman100 Itiyoophiyaaf arjoomanii jiran. Meeshaaleen kan maallaqaan doolara Ameerikaa kuma $600 ka baasu tahuunis himamee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG