Xurree ittiin seenan

Breaking News

Miseensooni WBO Xollaay Turan Leenjii Xumuran


Faayilii - Loltoota ABO

Miseensooni WBO duraan mooraa leenjii Xollaay galfamanii ji'otaa 4f leenjifamaa turan leenjii xumuru isaanii Raadiyoo Sagaalee Amerikaatti himanii jiran.

Miseensooni WBO kunneen yeroo ammaa daamee hojii adda addaatti bobba'uuf rammadi ka fudhatan tahuu Obbo Adimaasuu Daamxoo Hoogganaan Biiroo Dhimmoota Koominikeeshinii Motummaa Naannoo Oromiyaa ibsanii jiran. Gabaasaa guutuu caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:11 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG