Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Itoophiyaa Hidhamtoota Siyaasan Hiika Jedhe


Hoggantoota dhabbilee ADAWUI afranii

Hoggantootni dhaabbilee siyaasaa biyyoolessaa ADWUI afran ibsa harra kennaniin namootni sababa siyaasaatiin hidhaman akka hiikkaman murteessuuu isaanii miidiyaaleen biyya keessaa gabaasan.


Manni hidhaa Maayikelaawwii magaala Finfinnee keessa jiru cufamee gara muuziyemiitti akka jijjirramullee eeraniiru. Ballina oduu kanaa sagantaa keenya harra galgalaa irratti dhiheesinaa, nu hordofaa.

Hawaasnii miidiyaalee hawwaasummaa dhimma kana irratti mari'achaa, odeeffannoo walii daddabarsaa jira. San keessaa amma tokko waliitti qabnee, lalla.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG