Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mooyyaleetti Miseensi Raayya Ittisa Biyyaa Nama Tokko Ajjeese – Jiraattota


Sambata darbe rakkoo nageenyaa magaalaa Mooyyaaleetti mullateen lubbuun nama tokkoo akka dabee fi shan ammo madaawuu jiraattonni dubbatan. Lubbun nama tokkoo ka darbe miseensa Raayyaa Ittisa Biyyaa ramaddiin ala dhufee jiraattota irratti dhukaaseen ta’uu himu jiraattoni. Bulchaan Aanaa Mooyyalee obbo Baaggajjaa Morgee, namni jiraattota irratti dhukaasee lubbuu baase to’annoo jela ooleera jedhan.

Galmoo Daawit dabalata isaa qopheesseera.

Mooyyaleetti Miseensi Raayya Ittisa Biyyaa Nama Tokko Ajjeese – Jiraattota
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:13 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG