Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Amhaaraatti nama kuma hedduutti akka mootummaan barattoota dhaban jedhan barbaadee dhugaa jirtu himu gaafachuuf hiriira bahe


Magaallan Amaaraa hedduutti ummati hiriira bahee akka barattoota dhabaman barbaadan hiriran gaafate
Magaallan Amaaraa hedduutti ummati hiriira bahee akka barattoota dhabaman barbaadan hiriran gaafate

Naannoo Amaaraatti ummatii hiriira bahee waan barattoota dhabamanii gaafate
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:40 0:00

Barattootii lakkoofsii 17 caalu kun egii yuniversitii Dambii Doolootii dhabaman jedhanii yaayyuu turan. Adoo Dambii Doolootii gara maatii isaanii galuutti jiranii warri qawwee qabu fudhatee dhoofate jedhan hedduu.Lakkoofsii ammoo hin jijijjiirama. Yaadii mootummaalleen tana irratti wal irraa gora.

Jarii hiriira bahe kun mootummaa barattoota tana barbaachisuuf hujii jabduu hojjanne jedhe.

Bulchootii mootummaa naannoo Amaaraa hiriira kana irratti wa dubbachuuf istaadiyoomii dhaquuf jedhanilleen hiriira itti bahaniif jedhanii achi gahuu dadhaban.

Laftii hiriira itti bahan Baahir Daar, DabreeMaariqoos,Waldiyaa fi DabreeBirhaan.Warrii Baahir Daaritti hiriira bahe ijoollee dubraa qabamii gaargalchuun dhiirummaat miti jedha.

Hiriira kana waldaa ijoollee kahima Amaaraatti yaame.Jarii kun mootummaan maan tolchuu akka jiru keessattu bulchinsii Oroomiyaa barbaada ijoollee tanaa irratti maal akka hojjatu hin beennu jedha.

Warra Waldiyaatti bahe “akka mootummaan ijollee teenna gadi nuu dhiisu feena,” jedha.Jarii hiriira bahe akka barattootii qabaman gadi dhiifamu, warrii nama qabe seeran gaafatamu, barattootii baqatan mirgii isaanii eegamuuf mootummaan seeraan hojjatu gaafannaa jenna.

Waashington DC keessalleetti nama hedduutti hiriira bahee waan barattoota dhabamanii kana mootummaatti himate.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG