Xurree ittiin seenan

Breaking News

Nagaa Oromiyaa keessaa Eegsisuuf Humnaan Garaaramuun Fala Hin Ta'u


Mootummaan naannoo Oromiyaa ol aantummaa seeraa kabachiisuuf jecha akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti bara 2012tti qaamota seera-ala hidhatan Oromiyaa keessaa dhabamsiisuuf karoorfadhe, jechuun ibsa dhiheenya kenne irratti, namoonni qaamota hawaasaa adda addaa irraa namoonni kutaalee hawaasaa adda addaa irraa gaafataman yaada isaanii kennaniin jiran.

Oromiyaa nagaa fi tasgabii qabdu arguuf lolan osoo hin tane marii fi wal hubbanan walitti deemuu tu barbaachisaa dha – jedhu, namoonni Raadiyoo Ameerikaaf yaada isaanii kennan kun.

please wait

No media source currently available

0:00 0:08:14 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG