Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoonni Benishaangul Gumuzii Buqqa'an Tokko Tokko Gargaarsa Ga'aa Hin Arganne Jedhu


Naannoo Benishaangul Gumuz, godina Kaamaashii, aanaa Seedaal keessaa namoonni sababaa rakkoo nageenyaan buqqa’anii godina Wallagga Lixaafi naannoo Benishaangul Gumuz keessa qubatanii jiran tokko tokko, “Gargaarsi gahaa tahe nuuf kennamaa hin jiru” jedhan.

“Komishinarri Komishinii Hooggansa Sodaa Balaa Benishaangul Gumuz, Obbo Taarraqanyi Taasisaa immoo “buqqaatotaaf gargaarsi kennamaa jira, komiin kun sirrii miti” jechuun deebii kennan. Haala nageenyaa aanaa Seedaal fooyyessuun namootni achii buqqifaman akka deebi’an hojjataa jirrallee, jedhan.

Gama biraan, Komishinarri Komishinii Hooggansa Sodaa Balaa Oromiyaa Obbo Abaadir Abdaa “Buqqaatotni akka gargaarsa argatan hooggantoota Godina Wallagga Lixaa wajjiin waliif gallee jirra,” jedhanii jiru.

Namoonni Benishaangul Gumuz Keessaa Buqqa'an Tokko Tokko Gargaarsa Ga'aa Hin Arganne, Jedhu
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:51 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG