Xurree ittiin seenan

Breaking News

Odaan Hooda, Kanaafan Waggaa Lama Dura Biqilchuu Jalqabe: Zinaabuu Taakkale


Biqiltuu Odaa

Odaan Hooda jechaa jedhu dhagayeen biqiltuu Odaa mana jireenyaa kiyyaa manneen waliin darbii 4ffaa irratti biqilchuuf murtesse jalqabee jedhee dargaagoo Zinaabuu Taakkale.​

Zinaabuu Taakkale
Zinaabuu Taakkale

Dargaagoo Zinaabuun bara 2009 akka lakkofsa Itoophiyaatti Odaa biqilchuu egalee waggaa 2ffaa kasaraan hojjete bara kana galii birri milliyoona 1 fi wallakaa olii irra argachuu Raadiyoo Sagaalee Ameerikaatti himera.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:48 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG