Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oromiyaa fi Weerara Vaayrasii Koroonaa

Faayilii - Hoospitaala Waliigalaa Ekaa Kotobee keessatti yeroo talaalliin kennamu, Finfinnee, Bitootessa 13, 2021
Faayilii - Hoospitaala Waliigalaa Ekaa Kotobee keessatti yeroo talaalliin kennamu, Finfinnee, Bitootessa 13, 2021

Yeroo Tokkummaan Mootummootaa weerarri Koranaa Afrikaa keessatti dabalaa deemuu gabaasaa jiru kanatti weerarrii vaayraayrasichaa Oromiyaa keessaa sadarkaa maalii irra jira?

Qorannaaleen gaggeffamanii fi talaaliin raabsamuu woo? Gaaffiilee kanaaf ka biroo irratti itti aanaa hogganaa Biroo Eegumsa Fayyaa oromiyaa Obbo Darajjee Abdannaa haasoofsiifnee jirra.

Gaaffii fi deebii gaggeeffamee caqasaa.

Oromiyaa fi Weerara Vaayrasii Koroonaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:18 0:00


This item is part of
XS
SM
MD
LG