Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaaffiin Uumataa Hamma Deebii Argatutti Qabsoon Itti Fufa


Addi bilisummaa Oromoo baatii sadaasaa fi muddee keessa naannolee Oromiyaa adda addaa keessatti lola ripxe loltummaa geggeesseen loltoota mootummaa hedduu ajjeesuu isaa beeksisee jira. Uummanni bilisummaa gonfachuuf gaaffii inni dhiyeesse hanga deebii argatutti qabsoo hidhannoo kan itti fufu ta’uu dubbi himaan adda bilisummaa Oromoo Obbo Booruu barraaqaa ibsanii jiran.

Oduu kana kan ilaaleen deebii mootummaan Itiyoopiyaa kennu argachuuf Obbo Bereket Simon-tti bilbillee dhimma kana irratti akka gaaffii fi deebii kennuu hin feene nuuf ibsanii jiru.

Gaaffii di Deebii dhaggeeffadhaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:08 0:00
Xurree marsariitii
XS
SM
MD
LG