Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Bulchiinsi Naannoo Beenishangul-Gumuuz Dhiibbaa Nurraan Gaha’ Dhalattoota Oromoo Godina Matakkal


Itoophiyaa map

Dhalattoonni Oromoo Naannoo Beenishaangul, Godina Matakkal jiraatan, Bulchiinsi Naannoo Beenishaangul – Gumuuz dhiibbaa nurraan gahaa jechuun himatan. Akka jiraattonni kun jedhanitti, gidduu kana Gandoota Goongoo fi Dibaax keessa jiraatan irraa Kaampaaniin Midrook humnaan lafa irraa fuudhuusaa dubbatu. Kana malees jiraattonni kun Godinicha keessa waggaa hedduuf jiraannus ‘Mirga Aadaa keenya guddisuu aakkusamas Afaan Keenyaan barchuullee hin hin qabnu’ jedhu

Himannaa kana bakka bu’aan Paartii Tokkummaa Diimokraatawaa Ummata Beenishaangul – Gumuuz obbo Mogos Nagaroo, ‘Bulchiinsi Naannawa Beenishaangul Komii kana hiikuuf hojjetaa jira jedhan.

Galmoo Daawit dabalata qaba

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG