Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oromoon Biyya Keessas Ta’e Alaa Jiru Baankii Ofii Akka Jajjabeessu Gaafanna: Obbo Darribe Asfaaw


Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa
Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, tajaajila kennu lammiwwan biyya alaa keessa jiraatan akka itti fayyadaman haala miijessuuf biyyoota giddu galeessa bahaa fi Yunaayitid Isteetis keessatti hawaasa Oromoo waliin marii geggeessaa jira.

Sambata dabre Amajjii 12 bara 2019 Hawaasa Oromoo Waashington DC fi naannawa ishee jiran waliin mari’atee jira. Prezidaantii Baankichaa Obbo Darribee Asfaawu Hurrisaa akka ibsantti baankiin hojii gamtaa Oromiyaa bara 1990 nama Obbo Haayle Gabree Lubee jedhamaniin bu’urfamuu isaa ibsanii jiru.

Bu’aa Ba’ii waggoota dheeraa booda yeroo ammaa sadarkaa 3ffaa qabachuun hojii isaa gaggeessaa akka jiru dubbatan. Amantoota musleemaafis akka seera shariyaatti tajaajilli akka kennamu dubbatu.

please wait

No media source currently available

0:00 0:16:49 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG