Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paartiin Badhaadhinaa Isa Dabalatee Paartiileen 9 Oromiyaa Keessatti Akka Filannootti Hirmaatan Dubbate


Duula na filadhaa Paartiin Badhaadhinaa, Amboo , Waxabajjii 15, 2021

“Filannoon Marsaa 6ffaa Itoophiyaan guyyoota muraasa booda geggeessitu Murtoo Uummataati jennee amanna” jedhan, Itti gaafatamaa Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa Obbo Haayiluu Addunyaa.

Oromiyaa keessatti paartii isaanii tii ala paartiileen kanneen biroon saddeet ka dorgoman tahuu dubbatu.

Paartileen Siyaasaa akka Adda Bilisummaa Oromoo fi Kongirasii Federaalawa Oromoo immoo “Filannoo keessaa dhiibamnee baane.

Filannoo kana irratti Paartii Bbadhaadhinaa qofaa tu dorgoma,” jechuun qeeqaa jiran. Naakoor Malkaa tu Ambo irraa gabaase.

Paartiin Badhaadhinaa Isa Dabalatee Paartiileen 9 Oromiyaa Keessatti Akka Filannootti Hirmaatan Dubbate
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:11 0:00


Yaadawwan Ilaali (14)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG