Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paartileen Ejjennoo Wal Fakkaatu Qaban Maqalee Keessatti Wal Ga’ii Geggeessan


Maqalee
Maqalee

Paartilee siyaasaa jaarsolii biyyaa fi hayyoota irraa kan walitti dhufan hirmaattonni waltajjii kanaa itti aansee naannolee fi bulchiisa magaalaalee kanneen biroo keessattis mariin wal fakkaatu akka geggeessamu murteessaniiru.

Hirmaattonni waltajjii kanaa ibsa ijjennoo qabxiilee 10 qabu baasaniin yeroo ammaa sirni federaalaa balaa irra akka jiru ibsaniru.

Biyyattii hoogganaa kan jiru IHADEG rakkoo kessoo isaa hiikuu dhaan heera biyyaaf sirna federaalaaf eegumsa gochuu dhaan itti gaafatama irra jiru ba’uu qaba jedhan.

Sirna federaalaaf eegumsa gochuun jiraachuu biyyaa waan ta’eef lammiin martinuu itti gaafatama isaa akka ba’u waamicha dhiyeessaniiru.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:04 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG