Xurree ittiin seenan

Breaking News

Partiin Dimokraatawaa Oromoo Miseensota Koree Jiddugaleessa Caalamaan Isaanii Dargagoota Ta'an Filate


Partiin Dimokraatawaa Oromoo (ODP)n yaa'ii isaa 9ffa Jimmatti geggeesaa tureen murteelee garagaraa dabarsuun xumuree jira.

Yaa'ichi Dr. Abiy Ahmad Dura taa'aa, Obboo Lamma Magarsaa itti aanaa taasisuun kan filate yoo ya'u miseensota koree Jiddugaleessa 55 caalamaan isaanii dargagoota ta'an filatee jira.

Gabaasa guutuu caqasaa.

Partiin Dimokraatawaa Oromoo (ODP) Miseensota Koree Jiddugaleessa Caalamaan Isaanii Dargagoota Ta'an Filate
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:18 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG