Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gareen Waloo Poolisii Fininnee fi Poolisii Federaalaa Shakkamtoonni Yakkaa 300 Tahan Qabaman, Jedha


Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee keessatti yakka raaw’atamu ittisuuf qorannoo taasisamaa tureen namonin 349 kanneen yakkoota garaa garaatiin shakkaman to'annoo jala oolfamaniiru jechuun gareen waloon qorannoo taasisaa jiru kan poolisii Federaalaa fi Poolisii Finfinnee ibseera.

Yeroo komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa, Imbaasin Ameerikaa Finfinneetti argamuu fi Dhaabbanni Falmaa Mirga Gaazexeessitootaa CPJ hidhaan Itoophiyaa keessatti gaggeeffamaa jiru yaaddessaa dha, jechuun ibsa baasanitti Gareen waloo Poolisii Federaalaa fi Poolisii Finfinnee ammoo ibsa kana kan baase

Mootummaan Itoophiyaa gama isaatin tarkaanfiin fudhatamaa jiru haala qoratameen, qorannoo fi qophii gahaa taasisame irratti hundaa’ee ti, jedha.

Gareen Waloo Poolisii Fininnee fi Poolisii Federaalaa Shakkamtoonni Yakkaa Dhibba Sadi’ii Ol Tahan Qabaman, Jedha
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:06 0:00

Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG