Xurree ittiin seenan

Breaking News

Presidaant Obaamaan Waadaa Nuu Seenan Hin Raawwanne


President obamaan waggaa darbe erga hojii jalqabanii marsaa sadaffaa xumuruuf yeroo jedhanitti deebisani filatamuuf yaaluu dabalate dhimmootii irratti fuuleffatanii turan. Xiinxaltoonni Afriika fi qabsaa’onni dhimma Afriikaa akka jedhanitti imaammati biyyootii afriika uffee ahara gad laalee jiru garuu ilaalcha inni argate xiqqoo dha.

Abbaan President Obaama Lammii Keniyaa ta’uun isaani yeroo ilaalamu namonni hagi tokk komee isaaii dhieessaa jiran.

Nicoo colombant aakka gabaasetti dhiyeeny kana preisident Obamaan haasaa waggaa kan guutuu biyyaa dhageessiuf mana marii bakka bu’otoa duratti dhiyaachuu dhaan ministeera ittisa Ameerikaa Leon Panetta dhaan hjii gaarii hojjetan jechuun galateeffatan.

Booda irras dhimmi isa yeroo ibsamu waraani US weerara rawwateen hojjettoota gargaarsa lammiiwwan Ameericaa Somaaalia keessatt iggitamaanii turan gadhiiisuu isaanii ture.
President obaman garuu hasaa iaanii keessatti gonkumaa waa’ee byyootii uffee Sahaaraa gadii hn kaasne.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG