Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qabxiin Atileetiksii Oromiyaarraa Fagaataa Dhufuu


Faayilii - Atileetota maaraatoonii Shaampiyoonshiipii Atileetiksii Addunyaa Dohaa keessatti geggeeffame irratti hirmaatan, Onk. 6, 2019
Faayilii - Atileetota maaraatoonii Shaampiyoonshiipii Atileetiksii Addunyaa Dohaa keessatti geggeeffame irratti hirmaatan, Onk. 6, 2019

Burqaa Atileetotaa, jedhamuun sadarkaa addunyaatti biyya kan maqaa dhoofsisu naannoon Oromiyaa, dhiyeenyaa as qabxii inni gama dorgommii Atileetiksiirratti mullisaa jiru hirrataa dhufaa jira.

Belaay Tesemmaa Gaazexeessaa fi Gulaalaan qabiyyeewwan Ispoortii, dhuyeenya bu’uraaleen misoomaa Ispoortii naannochaa fooyya’aa jiranus qabxiin sana duuka argamuu male hin argamne jedha.

Feedereeshiniin Atileetiksii Oromiyaa rakkoo kanaaf kahumsi waantota gara garaati jedhee himaa Galmoo Daawit qophii itti aanu dhiyeessee jira.

Qabxiin Atileetiksii Oromiyaarraa Fagaataa Dhufuu
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:08 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG