Xurree ittiin seenan

Breaking News

Abukaatoo: Hidhamtoota Keessaa Lubbuun Jiru Jedhamee Kan Maqaan Hin Dhahamiin Hedduu Dha Jedhu Maatiin


Abukaatoo: Hidhamtoota Keessaa Lubbuun Jiru Jedhamee Kan Maqaan Hin Dhahamiin Hedduu Dha Jedhu Maatiin
Abukaatoo: Hidhamtoota Keessaa Lubbuun Jiru Jedhamee Kan Maqaan Hin Dhahamiin Hedduu Dha Jedhu Maatiin

Manni hidhaa Qilinxoo hidhamtoota balaa Ibiddaa irraa hafanii lubbuun jiru ittiin jedhe Kamiisa Fulbaana 08 bara 2016 ganamaa irraa eegalee Maatiitti himuu isaa kaleessa gabasnee turre.Ta’us garuu maatiin amma iyyu eessa butee namoota isaanii maqaan hin dubbifamne jedhan hedduu ta’uu Abukaatoo isaanii an ta’an Obbo Wondimmuu Ibsaa dubbatanii jira.

Hidhamtoota 180 oliif abukaatoo ta’uun kan dhabaatan Obbo Wondimmuun maatiin namoonni jalaa hidhaman kanneen lubbuun jiru jedhamuun maqaan dubbifameef 60 hin caala jedhu. Harkii caalaan amma iyyu mana hidhaa Qilinxoo deebi’aa gaafadhaa jedheen erge jedhu. Namni heddummaachuu irraa kan ta’e yeroo maqaan waamamuu dhaga’uu dhaban ta’e sababaa biraan waliin isaa hin beekamne jedhan. Sambata borii kaasee hidhamtoota maatiitti agarsisuuf waadaa waan seenameef hubatamuuf jira jedhu.

Gabaasaa guutuu kana cuqaasuun dhaggeffadhaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG