Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qilleensii Addunyaa Ka Jijjiiramaa Deemu Biyya Hedduu Yaaddessuutti Jira.


Jijjiiramii qilleensaa kun biyya hanqatu hin qabu. Biyyitii hiyyeeyyiin ammoo aara hamaa CO2 ka biyya dureeyyii nutti dhufutti qilleensa nurraa hammeessaa jedhanii akka biyyiti tun horiin gargaartu gaafatan. Korii Sadaasa dabre keessaa Cancun, Mexico taahelleen tanuma irratti mari’te.

Wannii dhibiin qilleensa addunyaa jijjiiraa ammoo albuudaa fi zayitii baasanfaha. Akka jecha itti gaafatamaa Biiroo Bosonaa fi Qabeenna Uumamaa Dr.Girmaa Amanteet ti. Biiroon isaanii qabeennaa fi Bosona Oromiyaa eegaa,dahoo bineensaa ykn Park ijaaraa qilleensa addunyaa ka jijjiiramaa deemeen kanaan wallaanuutti jirti.

Ummatii Oromoo akkuma aadaa isaa bosona isaa eegachaa jabeeffachuu wayya,jedhu Dr.Girmaan.

Mee marii nu waan jijjiirama qilleensaa irratti mari’ane sadeenuu MP3 tana irraa caqasaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG