Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qorannaa kanaaf sababaan tokko hin jiru: Prezidaant Traamp


Prezidaantiin Amerikaa Donald Traamp har’a qorattoota Kongreesaa kanneen waa’ee qabeenya maallaqaa fi daldalaa isaa qoratan har’a dhiyaataniijechaan dhahanii jiru.

Kunis mana maree bakka butootaatti Demokraatoota haaraa dabalamaniin micciramee dhiyaate jedhan.Koree Tika nagaa Mana mareef dura ta’aa kan tan ta’an Adama Schiff irratti fulleefachuun filannoo prezidaantii bara 2016 gaggeeffamee fi Raashiyaa giddu hidhatii hin jiru zeeroo dha jedhan.

Amma immo jireenya koo keessa deemtanii ilaaluun maallaqaa fi waan dhunfaa koo ilaaluuf deemtu kan jedhan Traamp kana gochuuf sababaa tokko hin jiru ammaan duras ta’e hin beeku. Kun doorsiisa daangaa hin qabne kan prezidaantii irratti gaggeessiitan ittiin jedhan. Demokraatootaa fi koreen isaanii garu hedduu mufatan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG