Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qorsii COVID-19f AstraZeneca fi Yuniversitiin Oksford hojjachuutti jiran abdii guddaa qaba addunyaa qooduuf kurfoo jiran


In this undated photo from the University of Oxford, a researcher works on the coronavirus vaccine developed by AstraZeneca and Oxford University. (University of Oxford/John Cairns)
In this undated photo from the University of Oxford, a researcher works on the coronavirus vaccine developed by AstraZeneca and Oxford University. (University of Oxford/John Cairns)

Ogeeyyotaa fi dhaabbilee fayyaa addunyaa COVID-19 addunyaa irraa nama miliyoona 58 caala irratti arga qorsa itti barbaadumati jiranii dhaabbilee hedduutti hojjachuutti jirallee.

Qorsa koronaa kana dhaaba farmaasii addunyaa AstraZeneca fi yuniversitii Oxford waliin hojjachuutti jira. Ingilaandii fi Biraaziltti nama kuma 20 irratti laalanii abdi irraa argatan. Qorsii lama harka 62 caala nama fayyisa.

Warra kana qorsa wadhakkaa kennaniif itti aansanii tokko kennaniif akkasiin harka 90 wayyeesse.Achiin duubatti dhiba sun jara sun irratti guddatee hin mulanne.

Andrew Pollard, garee qorannoo Yuniversitii Oksfoorditti daarektera.Dhaabbilee addunyaa ka akka Pfizer-BioNTech fi Modernatti faatilleen qorsa akkanaa hojjachaa akka dansaa jiran.

AstraZenekaan dhuma 2020 irratti qorasa miliyoona hedduu addunyaaf qooduuf karoora qaba.

Adoo hospitaala dhaqani hin wallaanamin qorsi kun akka dansaa nama fayyisa jedha.AstraZenkan qorsa kana sadarkaa lamaan hojjata. Sadarlaan lammeessoo harka 70 abdii qaba.

Amerikaatti nama kuma 260 dhiyaatutti dhiba kanaan lubbuu dhabe miliyoona 12 caala irratti argan akka gabaasa yuniversitii Johns Hopkins baase jedhetti

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG