Xurree ittiin seenan

Breaking News

Amboo fi Naqamteetti Geejjibni Uummataa Galgala Akka Dhaabatu Tahun Rakkoo Uume Jedhame    


Amboo fi Naqamteetti Geejjibni Uummataa Galgala Akka Dhaabatu Tahun Rakkoo Uume Jedhame    
Amboo fi Naqamteetti Geejjibni Uummataa Galgala Akka Dhaabatu Tahun Rakkoo Uume Jedhame    

Jiraattotni magaalaa Amboo fi Naqamtee tokko tokko, "Geejjibni uummataa galgala sa’aatii tokkoofi walakkaa booda waan jirreef, rakkoo garaa garaaf saaxilamnee jirra” jedhu.

Magalaa Ambotti geejjibni konkolaataa BaajaajiinSa’aatii tokkoofi walakkaa dhaa booda tajaajiluu eega dhaabee baatii jaha tahuu, Magaalaa Naqamtee keessatti ammoo waggaa tokko darbuu dubbatan, jiraattonni kun.

Waajjirri Abbaa Taayitaa Geejjiba Magaalaa Amboo, “Tajaajilli geejjibaa sababaa nageenyaafi saamichaatiif halkan dhaabbatee ture, torban dhufu ni eegala” jedhan. Waajjirri Abbaa Taayitaa Geejjiba Magaalaa Naqamtee ammoo “rakkoon geejjibaa galgala jiraachuu quba hin qabu,” jedha.

Amboo fi Naqamteetti Geejjibni Uummataa Galgala Akka Dhaabatu Tahun Rakkoo Uume Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:56 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG