Xurree ittiin seenan

Breaking News

Rakkoon Nageenyaa fi Faca’inni Koovid 19 Tuurizimii Oromiyaarratti Dhiibbaa Gochuu Dubbata Mootummaan

Sababaa weerara Koovid 19 fi rakkoo nageenyaa biyyattii mudateen yaa'insi daawwattootaa naannoo Oromiyaa keessaa hir’achuu Biiroon Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa beeksise.

Waggoottan 10'n itti annan keessatti bakka ga'umsaa hawwata tuuriziimii haarawa 25 misoomsuun galii argamsiisuuf hojjetaa jirra, jedhu hooogganaa itti-anaan Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa fi Itti gaafatamaan damee Tuurizimii obbo Hundee Kabbadaa, ibsa Sagaalee Ameerikaaf kennaniin.

Rakkoon Nageenyaa fi Faca’inni Koovid 19 Tuurizimii Oromiyaarratti Dhiibbaa Gochuu Dubbata Mootummaan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:41 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG