Biyyoota baroota dheeraaf akka diinaatti wal-gaarerfataa turan gidduutti nageenyaa fi araara gidduu kana bu’e irraa kan ka’e – tarkaanfiilee obbolummaa fudhatame keessaa kun tokko tahuu isaa ti.
Itoophiyaa fi Eertiraan Nagaha Buusuun Maatii Addaan Hafe Wal-agarsiise
13
Sirna simannaa balalii xayyaara Itoophiyaatii godhame, Asmaraa