Biyyoota baroota dheeraaf akka diinaatti wal-gaarerfataa turan gidduutti nageenyaa fi araara gidduu kana bu’e irraa kan ka’e – tarkaanfiilee obbolummaa fudhatame keessaa kun tokko tahuu isaa ti.
Itoophiyaa fi Eertiraan Nagaha Buusuun Maatii Addaan Hafe Wal-agarsiise
1
2
Eritreans wait to welcome their families at Asmara International Airport
3
4
KaapiteenotA xiyyaara Itoophiyaa guyyaa harraa gara Asmaraa balaliissan keessaa tokko