Biyyoota baroota dheeraaf akka diinaatti wal-gaarerfataa turan gidduutti nageenyaa fi araara gidduu kana bu’e irraa kan ka’e – tarkaanfiilee obbolummaa fudhatame keessaa kun tokko tahuu isaa ti.
Itoophiyaa fi Eertiraan Nagaha Buusuun Maatii Addaan Hafe Wal-agarsiise
5
Simannaa Asmaraatti namoota Itoophiyaa dha garas imalanii tasifame
6
Angaawonni Eertiraa yeroo kanneen Itoophiyaa simatan
7
Xiyyaaraa itoophiyaa 0ggaa 20 booda Eeertiraa Qubate
8
Angaawonni Eertiraa yeroo kanneen Itoophiyaa simatan