Biyyoota baroota dheeraaf akka diinaatti wal-gaarerfataa turan gidduutti nageenyaa fi araara gidduu kana bu’e irraa kan ka’e – tarkaanfiilee obbolummaa fudhatame keessaa kun tokko tahuu isaa ti.
Itoophiyaa fi Eertiraan Nagaha Buusuun Maatii Addaan Hafe Wal-agarsiise
9
Angaawonni Eertiraa yeroo kanneen Itoophiyaa simatan
10
Angaawonni Eertiraa yeroo kanneen Itoophiyaa simatan
11
Simannaa Asmaraa
12
Itoohpiyaa fi Eertiraan nagaha buusuun maatii addaan ture wal agarsiise