Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Riphxee-loltoota Oromiyaa gama Lixaa jiran irratti tarkaanfiin fudhatamaa jira,mariin geggeessamu hin jiru,” jedhu Obbo Taayyee Dandahaa

Taayyee Dandahaa,bakka bu'aa Paartii Badhaadhina Oromiyaa
Taayyee Dandahaa,bakka bu'aa Paartii Badhaadhina Oromiyaa

"Riohee Loltoota Oromiyaa Lixaa Wajjii Marii Hin Geggeessinu" Taayee Dandahaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:56 0:00

Bulchiisa naannoo Oromiyaatti, itti-gaafatamaan Sab-quunnamtii Paartii Badhaadhinaa – Obbo Taayyee Danda’aa, riphxee-loltoota Oromiyaa gama Lixaa jiran irratti tarkaanfiin fudhatamaa jira, jedhu. “Riphxee-loltoota wajjiin mariin geggeessamu hin jiru,” jedhu – Obbo Taayyeen. Gabaasaa guutuu caqasaa.

XS
SM
MD
LG