WAASHINGITAN, DIISII —
Riqichi Takazee kan naannoo Tigraay keessaa barbadaa’uu isaa Koreen baraarsaa kan sadarkaa addunyaa kamisa har’aa beeksisee, sababaa kanaanis naannoo waraanaan bututee sanaaf gargaarsa dhaqqabsiisuun isa kana duraa caalaa daran rakkisaa dha jedhe.