Xurree ittiin seenan

Breaking News

Seenaa Gabaabaa Gaazexeessaa Bulloo Sibaa


Gaazexeessaa Bulloo Sibaa
Gaazexeessaa Bulloo Sibaa

Seenaa ogummaa gaazexeessummaa Oromoo keessatti han iddoo guddaa qaban, gaazexeesssaa Bulloo Sibaa Mudde 30 bara 2016, dhalatanii oggaa 66tti addunyaa kana irraa du’aan boqotan.

Gaazexeessaa Bulloon gaazexaa Bariisaa bu’ureessuu keessatti iddoo guddaa nama qaban fi yeroo naannoon Oromiyaa akka naannotti dhaabbatee, miidiyaa bu'ureeffatetti namoota jalqaban keessa tokko ta’uu waahiloonni isaanii raga bahan.

Waahiloota isaanii duraanii keessaa Biroo Dhimmoota koominikeeshinii Oromiyaatti han qophaahu gaazexaa Kallaachaa Oromiyaatif han hojjatan, Obboo Addunyaa Hayiluu fi Yunvarsiitii Finfinneetti qorattuu Aadaa fi Hawaasummaa han ta'an Dr. Dastaa Amaree dubbisnee jira.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

Seenaa Gabaabaa Gaazexeessaa Bulloo Sibaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:49 0:00

XS
SM
MD
LG